Akkaataa Maallaqa Intarneetii Irraa Itti Argatan – Qajeelfama Guutuu (2025)
Yeroo ammaa kana, intarneetii irraa maallaqa argachuun daa’imman, dargaggoota fi maatii hundaaf karaa salphaa ta’ee jira. Odeeffannoon, tajaajilli, daldalli fi hojii hedduun guutumaan guutuutti online keessatti jijjiirameera. Kanaaf, namni intarneetii fayyadamu kamiyyuu hojii sirrii filatee, ogeessa ta’ee fi qophii godhee maallaqa argachuu danda’a.
1. Freelancing (Hojii Bilisaa Online)
Freelancing jechuun ogummaa ati qabdu – akka:Graphic designProgrammingSocial media managementTranslationWriting/content creation—suqii addunyaa guututti tajaajilaa ta’ee hojii argachuun maallaqa argachuu jechuu dha.
Suqaalee hojiirra oolan
UpworkFiverrFreelancerPeoplePerHourFaayidaa: Dalagaa bilisaa, mindaa gaarii, yeroo ati fedhu hojjechuu.Haala itti jalqabu:Profile gaarii uumiHojii tajaajila keetii agarsiisiMindaa xiqqaan jalqabiDandeettii kee yeroo yerootti haara’isi
2. YouTube Irraan Maallaqa Argachuu
ouTube yeroo ammaa karaa maallaqa argamsiisaa keessaa tokko. Ati:BarnootaBashannanaTajaajila barsiisuuVlogfi kkf irratti viidiyoo hojjachuun maallaqa argachuu dandeessa.Dabalataan:AdSenseChannel monetizationSponsorshipAffiliate marketing
3. Affiliate Marketing
Affiliate marketing jechuun hojiilee fi tajaajiloota namoota biroo beeksisuun mindaa argachuu dha.Faayidaa:Product ofii kee hin qabaattuRisk hin qabuMaallaqa darbe-darbe argamsiisaPlatform:Amazon AssociatesAliExpress AffiliateClickBankJumia AffiliateHaala itti hojjetan:Product filadhuLink affiliate kee fudhadhuWebsite, YouTube, TikTok ykn Telegram irratti share gochuuNamni yoo bittaa godhe – mindaa siif dabala
4. Social Media Management
Baay’een dhaabbilee fi dhuunfaa social media handler barbaadu. Ati:Post qopheessuuPage/Account isaanii tikfachuuContent calendar qopheessuu—hojjachuun mindaa argachuun ni danda’ama.Mindaan: USD 100 – 500/ji’a irratti hundaa’a.
5. Blogging Irraan Maallaqa Argachuu
Blog jechuun website mataa keetii keessatti odeeffannoo barreessuu, traffic argachuu fi maallaqa argachuu jechuu dha.Karaa argamsiisu:Google AdSenseAffiliate linksSponsored postsProduct ofii kee gurguruuSeensa jalqabaa:WordPress → hosting & domainTopic niche filadhu (Technology, Education, Health…)SEO baradhuContent bilchaataa maxxansi
6. Online Teaching / Tutoring
Ogummaa barnoota yoo qabdu, barattoota addunyaa guutuu online barsiisuu dandeessa. Afaan, Herregaa, Science, Programming, Qur’an, fi kkf.Platform:PreplyCamblyUdemy (course qopheessuu)Skillshare
7. E-Commerce (Daldala Online)
Tajaajiloota:ClothElectronicsBeauty productsHandmade products—anaagalatti intarneetii irratti gurguruu ni dandeessa.Carraa:Facebook MarketplaceTelegram ChannelShopifyWooCommerce (WordPress)Dropshipping immoo product hin qabdu, order qofa dabarsa—mindaan caalbaasiisa.
8. App & Website Development
Ogeessota IT fi programming irratti beekumsa qaban website, app, software fi system development hojjachuun maallaqa guddaa argatu.Carraa kun addunyaarratti baay’ee bal’aadha.Mindaan: USD 300 – 3000 project tokko.
9. TikTok Monitization
TikTok keessattis:Live giftingBrand dealsAffiliate linksTikTok Creativity Program—jedhamuun karaa baay’ee argamsiisa.TikTok qofa hojiidhaan ji’aan mindaa guddaa sassaabuu nama dandeessisu.
10. Translation & Transcription
Afaan Oromo, English, Arabic, Somali, Amharic, Afaan addunyaarraa gara Afaan biraatti jijjiiruuni fi sagalee gara barreeffamaatti jijjiiruuni mindaa argamsiisa.Platform:RevGoTranscriptFiverr (translation gig)http://Tirushop
Discover more from Jemsmaths Tech
Subscribe to get the latest posts sent to your email.
