Forex Trading jechuun maal?
Hordoftoota dinagdee fi tajaajiltoonni maallaqa addunyaa hunda keessatti waljijjiiruun ittiin raawwatu Forex Trading jedhamu. Jechi Forex jedhu “Foreign Exchange” irraa kan dhufe yoo ta’u, fakkeenyaaf maallaqa biyyoota lama gidduutti jijjiiruu jechuu dha.
Kaayyoon isaa maallaqa tokko bitanii, yeroo qophaa’etti gatii isaa ol guddatee deebisanii gurguruun faayidaa argachuu dha.
Akkaataa Shaakala ForexGuyyaa hunda doolaariin, yuuroon, pawundii fi qarshiin biyyoota addunyaa miliyoona hedduun addunyaa tokkotti online ta’uun bitamaa fi gurguramaa jiru. Kana keessatti gatii maallaqni jijjiirama:Yeroo tokko gatiin USD ol ka’a,Yeroo biraa ammoo gadi bu’a.Jijjiirama kanaan daldaltoonni faayidaa argachuu danda’u.
Forex Maal Irra Dalaga?
- Forex irratti maallaqni Currency Pair jedhamuun raawwatama. Fakkeenyaaf:
- EUR/USD
- GBP/USD
- USD/JPY Kana jechuun:
- Euro bitaa → Doolariin gurguramaYookiin akkasumaan waljijjiirama.Daldaaltuun haala gatii ilaalcha isaa irratti hundaa’ee:
- Buy (Bituu) – gatiin ol ka’a jedhee amanu
- Sell (Gurguruu) – gatiin gadi bu’a jedhee amanu
- Sababni Maaliif Forex Filatamu?
- Forex Marketplace addunyaa keessatti
- 🌍 Biyya hundaaf banaa – Iyyata murteessaa hin barbaadu.
- ⏱️ Sa’aatii 24, guyyaa 5 hojiirra oola
- 📱 Mobile/Computer irratti dalagamuun ni danda’ama
- 💰 Kaka’umsa xiqqaan jalqabamuu ni danda’aKanaaf daldaltoonni hedduun carraa kana fayyadamu.
- Icciitii Dalagaa Forex keessatti
- Daldagaatti galuu qofaan faayidaa hin argamu.
- Barnoota barbaachisa:
- Technical Analysis (Chart, Candle fi Tools)Fundamental Analysis (Oduu fi Haal-duree Dinagdee)
- Risk Management (Akkaataa kasaaraa hir’isu)
- Trading Psychology (Sammuu of to’achuu)
- Namni beekumsa fi tooftaa qabu qofa milkaa’ina ni argata.
Forex irratti Namni Kamuu Daldaluu Danda’aa?
Eeyyee!
Barnoota sirrii yoo qabaatteAkkaataa gahaa yoo hordoftteMindaa xiqqaan jalqabuun ni danda’amaGaruu qorannoo fi barnoota malee seenun hatarrii guddaa qaba.
Forex akkamitti jalqabna?
— Tartiiba Idilee GuutuuForex keessatti seenuun hojii salphaa fakkaatus, sirna seenaa fi hordoffii qabate yoo ta’e qofa milkaa’ina fiduu danda’a. Kanaaf tartiiba armaan gadii hordofuun si fayyada.https://jemsmaths.dev/wp-admin/post
Discover more from Jemsmaths Tech
Subscribe to get the latest posts sent to your email.
