Dunyaan har’a digitala taatee jira.
Digital Market fi E-Commerce – Hariiroo Isaanii
Tajaajilli, beeksisni, fi gurgurtaan hundi gara intarneetii fi teeknooloojii dijitaalaatti tarkaanfachaa jiru.

Haala kana keessatti, jechi “Digital Market” fi “E-Commerce” yeroo hedduu walsimsiifamee dubbatama. Garuu maaliin adda? Maaliin walitti hidhata? Barreeffama kana keessatti gadifageenyaan ni ilaalla.
Digital Market jechuun maal?
Digital Market jedhuun:Beeksisa, gurgurtaa, tamsaasa odeeffannoo fi tarsiimoo gabaa hunda dijitaala ta’een raawwachuu jechuu dha.
Kana jechuun gabaan osoo iddoo tokko qofaan hin daangeffamin:Social Media (Facebook, TikTok, Instagram…)Website fi BlogEmail MarketingSearch Engine (SEO)Mobile Apps
Kaayyoon Digital Market:Uummata hedduu yeroo gabaabduu keessatti bira ga’uProduct fi Services hubachiisuAbbootii qabeenyaa fi daldaltoota gabaa guddaa argachiisu
E-Commerce jechuun maal?
E-Commerce jechuun: Meeshaa fi tajaajila intarneetiin gurguruun, kaffaltii online-tti fayyadamuun raawwachuu.
Tarsiimoon kun hojiiwwan armaan gadi hammata:Online Shopping (Amazon, Alibaba…)Online Payment (Visa, Mastercard, TeleBirr, E-Birr…)Delivery & ShippingDigital Products (kursii online, e-book, software…)E-Commerce gatii xiqqaa fi tajaajila saffisaa irratti hundaa’a.
Digital Market fi E-Commerce — Maaliin Walitti Hidhatu?
Daldalli e-commerce milkaa’uuf marketing dijitaalaa barbaada. Akkasuma, marketing dijitaalaan tajaajila gurgurtaa dijitaalaa (e-commerce) cimsuu danda’a.
Gaaffii Xiqqaa 1️⃣ E-Commerce hojjachuu irratti Digital Marketing barbaachisaa dhaa? ✔ Eeyyee! Hin jiru marketing dijitaalaa malee e-commerce beekkamu hin danda’u.
2️⃣ Namni hojii dhuunfaa qabu illee fayyadamuu danda’aa?✔ Danda’a. Yeroo kamuu website xiqqaa fi social media qofaan jalqabuun ni danda’ama.
E-Commerce fi Technology – Maaliin Walitti Hidhatu?
E-Commerce hojii ishee raawwachuuf Technology irree guddaa dha:Website & Mobile AppOnline Payment SystemSecurity & Data ProtectionCommunication toolsLogistics technology (GPS, tracking)
XumuraE-Commerce fi Technology:Tokko tokko dhimmoota adda ta’aniidhaGaruu tokko malee tokkichi hin danda’uDaldala dijitaalaa saffisaa fi addunyaa walitti hidhu🚀 Teknooloojii guddatanii = E-Commerce guddina argata
E-Learning jechuun:Barnoota intarneetiin gaggeeffamu, viidiyoo, app, platform barnootaa fi social media fayyadamuun barnoota kennuu fi fudhachuu jechuudha.
Dhaloonni har’aa teknooloojii fi intarneetii irratti kan hundaa’e ta’ee jira. Sababni isaas, carraan barnootaa iddoo tokko qofaan hin daangeffamne dijitaala ta’eera. Haala kanaan jechi E-Learning jedhu harka fuunee seenaa barnootaa keessatti jijjiirama guddaa fidee jira.http://Image Digital Market fi E-Commerce walirrattii naaf qopheessi
Discover more from Jemsmaths Tech
Subscribe to get the latest posts sent to your email.
