uniyan keessatti teknolojiin saffisaan guddachaa dhufuun, tajaajila fi oomishoota gabaa irratti dhiyeessuun gara haala dijitaalaatti jijjiirameera.

- “Digital Market” ykn Digital Marketing jechuun, interneeta, miidiyaa hawaasummaa,
- website, email fi app-oota dijitaalaa fayyadamuun bittaa fi gurgurtaa raawwachuu jechuu dha.
1️⃣ Bu’uura Suuqii Dijitaalaa — 1980s
Digital Market Yoom Jalqabe? (Email Marketing)Yeroo interneetiin duraa ture1991 email addaan tajaajilli gurgurtaa jalqaba argateEmail Marketing digital market jalqabaa ta’e jedhama
2️⃣ Interneetiin Bal’achuu — 1990s
1993 irratti python browser jalqabaa dhaan interneetiin bifa barreeffamaa fi suuraa agarsiisu jalqabe1994 irratti banner advertisement jalqaba addunyaa irratti mul’ate
Amazon fi eBay bittaa interneetiitti bifa seera-qabeessa ta’een jalqabanKun suuqii dijitaalaa gara sadarkaa biraatti ceesisuuf murteessa ture.
3️⃣ Miidiyaa Hawaasummaa Ka’uumsa — 2000s
Teknoolojiin bilbila harkaa guddachuun namoota wal qunnamsiise.
Miidiyaaleen jalqabaa:2003 – MySpace2004 – Facebook2005 – YouTube2006 – TwitterMiidiyaa hawaasummaa kanaan:➡️ Daldaltoonni namoota bira gahuu salphachaa deeman➡️ Suuqiin dijitaalaa bifa haraa argate
4️⃣ Mobile Marketing — 2010s
Bilbila smartphone’n addunyaa guutuu keessa babal’ateApp-ootni baay’inaan hojjetaman
TikTok, Snapchat, Instagram marketplaces baneAds (beeksisa) gara bilbiloota irratti babal’ate. Namni kam iyyuu yeroo hundaa interneeta irratti argama → Digital Marketing lafee keessattii ta’e.
5️⃣ Artificial Intelligence (AI) fi Automation — 2020sHar’a
:AI algorithms marketing hojjechuuf fayyadamaa jiruChatGPT fi chatbot marketing salphisee jira
- Digital Market Yoom Jalqabe? customer data irratti hundaa’ee promoottiin gahuumsa olaanaa qabaDigital Marketing amma guddina cimaa keessa jira!
Maaliif Suuqii Dijitaalaa Barachuu Qabna?
Odeefannoo saffisa guddaan namoota bira ga’uuf. http://jijjiirameera
Qar. xiqqaan daldalaa guddisuuf. Bittaa/gurgurtaa daangaa hin qabne gochuuf. Tajaajila dhuunfaa fi brand guddisuufDigital Marketing bu’uura hojiiwwan yeroo ammaa ta’ee jira!
✔ Xumura
“Digital Market” jedhu yeroo itti mul’achuu jalqabe 1980s ture. Garuu 1990 – 2020 keessatti guddataa dhufe, har’as gara AI fi automation gidduutti ce’aa jira.
Discover more from Jemsmaths Tech
Subscribe to get the latest posts sent to your email.
