PostAliExpress irraa Gatii Xiqqaan Wantoota Argachuuf Mala 10
(Daldaltoota, E-commerce fi namoota bittoota hundaaf!)
PublishAliExpress irraa Gatii Xiqqaan Wantoota Argachuuf Mala 10(Daldaltoota, E-commerce fi namoota bittoota hundaaf!)

2️⃣ Flash Deals irratti hirmaadhuFlash Deals wantoota hedduu:yeroo daqiiqaa muraasaafgatii gadi bu’aa guddaadhaanHanga 90% gatiin hir’achuu danda’a!
3 AliExpress Choice fayyadamiKun:To’annoo gatii mijataaDirdirfama ariifachiisaaRefund salphaaNamoota haaraa fi daldaltootaaf filannoo gaarii!
4️⃣ Filter Price fayyadami (Lowest Price → Highest Price)Search goote booda:Filter → Sort by → Price (Low to High)Kun gatii xiqqaa irraa sitti agarsiisa.
5️⃣ Daldalaa (Seller) amanamaa filadhuHubachiisa barbaachisaa:Star rating 4.5+Review fi suuraa bittootaaSanyii oomishaalee baay’ee gurguruIsaan gatii gadi aanaa fi qulqullina qabuu qabu.
6️⃣ Cashback Apps/Website fayyadamiFkn:RakutenTopCashbackAliExpress waliin hojjetu → Maallaqa deebifta!AliExpress irraa Gatii Xiqqaan Wantoota Argachuuf Mala 10
7️⃣ Cart keessa kaa’itii gad bu’ina gatii eegiWantoota cart keessa kaa’i → AliExpress yeroo tokko tokko price drop notification siif erga!
9️⃣ Sale Guddaa eegiAliExpress irratti:11.11 Sale (Singles Day)Black FridayCyber MondayNew Year SaleGatiin yeroo kana gadi bu’a olaanaa!
🔟 Bundle Deals filadhu (Qabiyyee walitti makamee bituu)Wantoota wal-fakkaatoo baay’ee bitu →Gatiin tokkicha gadi bu’a.
2 Add-to-wishlist godadhu → Promo ni argattaWishlist keessatti yoo kaa’atte:Seller promoPrice Drop alertSiif ni mul’isa!
12️⃣ App AliExpress irratti bitu → Gatiin gadi bu’aApp keessatti Exclusive Offers ni jira → Web irratti hin jiru.
https://jemsmaths.dev/wp-admin/post.php?post=3448&action=edit
Discover more from Jemsmaths Tech
Subscribe to get the latest posts sent to your email.
