Yeroo baay’ee namoonni bifa garagaraan araada adda addaafsaaxilamu.
Araadan Qabamuun nama miidha.Namoonni hedduun hubannoo dhabuu irraan kan ka’e araadaaf salphumatti saaxilamu.
Akka ilaalcha isaaniitti, araadni boqonnaa namaaf kenna qofummaa hirraanfachiisagammachuu namaaf dabala jedhu. Namoonni hedduun immoo, dhiibbaa hiriyyaatiin araada keessa seenu.
Kanarraa kan ka’e, akkuma qoosaatti araada adda addaa kanneen akka tamboo xuuxuu, dhugaatii alkoolii, qoricha sammuu namaa hadoochu, jimaa qama’uu, miidiyaa hawaasaafi kanneen kana fakkaataniif yoo saaxilaman bal’inaan mul’ata.
Araadan Qabamuun nama miidha. KNamoonni araadaan tambooxuuxuundhibeesombaafnamaqabsiisanqabsiisa, alkoolii, jimaa, shiishaafi kan biroonqabaman akka qoosaatti wantoota kanneen fudhachuu jalqabu. Wanti isaan akka qoosaatti jalqaban suuta suuta isaan dhuunfachaadeema.

Waan araada isaan qabsiise sana otoo hinfudhatiin ooluuhindanda’an Fakkeenyaaf, namni araada alkoolii qabu, alkoolii otoo hindhugiin oolee buluuf baay’ee rakkata.
Waan kana ta’eef, yoo maallaqa dhabellee qabeenyaqabu guruguree ittiin dhuguuf duubatti hinjedhu.Namoonni araadan qabaman rakkoo garagaraaf saaxilamu.
Kana malees, araadni rakkoo hawaasummaafi dinagdee hamaafis nama saaxila. Hawaasummaa keessaa nama baasuun qooda hawaasa keessatti qaban akka hinbaane taasisa.
Namoonni araadaan qabaman yommuu araadni itti hammaatu maatiin waldhabu; qabeenya qisaasessu, yakka adda addaa keessa galu. Walumaagalatti, araadni jiruufi jireenya namaa diiga.
Namoonni hedduun araada akka qoosaatti dhiibbaa hiriyyaatiinis tahe ilaalcha dhuunfaa isaaniin jalqabuun rakkoof saaxilamu.
Erga itti galanii booda garuu, keessaa bahuuf baay’ee rakkatu. Kanaafuu, waantoota araada nama qabsiisan fudhachuu jalqabuurraa ofeeguun barbaachisaadha.
Araadni akka qoosaatti jalqaban, suuta suuta nama dhuunfachaa deema. gowwoomsaa hawataa garboomsaa Namoonni araadaan qabaman yommuu araadni itti hammaatu maatiin waldhabu wal hinargan
walitti bu’u waliin qooddatu Araadnihawaasummaa keessaa nama baasuun hawaasa keessatti qooda ofii akka hinbaane nama taasisa.
gahee hiruu fudhachuu Namni araadaan qabame hirmaannaa hawaasummaa olaanaa qabaTamboo xuuxuun dhibee sombaaf nama saaxila. Namoonni araadaan qabaman qabeenya isaanii baay’ee qusatu.
Araadni rakkoo dinagdeef malee rakkoo fayyaaf nama hinsaaxilu. Namni araadaan qabame hojii isaa sirnaan hinraawwatuantoota sammuu.
keenyatti miidha fidan of eeggachuun
dhukkuba akkasumas rakkoof saaxilamu irra nama tiksa.Kanaafuu wantoota akkanaatu kana irra of eeguuf hojiirra oolcha.
Discover more from Jemsmaths Tech
Subscribe to get the latest posts sent to your email.
