Dhukkuboota sirna integumentarii namaa
Dhukkuboota sirna integumentarii namaa fangasii Tiiniyaa peedis jedhamuun dhufa. Gogaan quba miilaa gidduutti argamu quunca’uufi tarsa’uun mallattoo dhukkuba kanaati. Dhukkubni kun miila qullaatiin ooyiruu keessa, mana qaama dhiqannaa jiidhina qabuufi afata mana keessaa irra deemuun nama qaba yookiin daddarba. Qulqullina dhuunfaa eeggachuun dhukkuba kana ittisuun ni danda’ama.
Kanaafuu Dhukkuboota gogaa miidhan keessaa Baay’een kan armaan olitti

3. Finniisa .Dhukkuboota finniisa dhukkubni kun dhiita’a xixiqqoo wanta malaa fakkaatu of keessaa qabu fuula irratti baasuun beekama. Sababni isaas makaan seebamii, dhukkeefi xurii ujummoo xannacha zayitaa cufuun seebamiin gogaa gubbaatti akka hin baane ittifamuu dha. Dhukkuboota sirna integumentarii namaa
4. Darmaatitisii: dhukkuba infilaameeshinii gogaa yommuu ta’u, hooqsisuufi gogaa diimeessuun amaleeffama.Kanaafuu Dhukkuboota gogaa miidhan keessaa Baay’een kan armaan olitti Sababoonni infilaameeshinii kanaa gogaan summiiwwan garagaraatiif (biqiloota summaawoo ta’an) saaxilamuu, maxxantootaafi gochaa xiyoota ifa aduu ta’uus ni danda’a. Wantoota gogaaf summaa’oofi alarjikii ta’an irraa of qusachuun, qulqullina eeggachuuniifi qaama keenya uwwisuun dhukkuba kana ittisuuf ni gargaara.Kanaafuu Dhukkuboota gogaa miidhan keessaa Baay’een kan armaan olitti
5. Gifira (Measle):Dhukkuboota sirna integumentarii namaa .sababa vaayirasii paaraamaayoksii (RNA virus) jedhamuun dhufa. Mallattoolee kanneen akka madaa shiftoo fakkaatu gogaa fuulaa uwwisuu, qoonqoon madaa’uu, qufa’uu, dhaqna gubaafi kan kana fakkaatanii mul’isa. Copha dhangala’oo madaa keessaa bahuun daddarba. Talaallii dursanii fudhachuun dhukkubicha ittisuun nidanda’ama.
6. Cittoo: Dhukkuboota sirna integumentarii namaa
Dhukkuboota sirna integumentarii namaamadaa miira dhukkubii qabuufi hooqsisu baay’inaan gogaa irratti bahuudha. Dhiita’a xixiqqoo keessaa malaa (paatojinoota of-keessaa qabu) bahuun daddarba. Sababoonni dhukkuba kanaa vaayirasii dabalatee paatojinoota garagaraati.
7. Cawwee
(Kaansarii) gogaa: cawwee jechuun haala hin baratamneen seelonni qaama gar- malee wal-horuudha. Mallattoon dhukkuba kanaa madaa’uu gogaa yommuu ta’uu, sababni inni beekamaan gogaan xiyyoota ifa aduu hamaaf yeroo baay’ee saaxilamuudha.
Gogaa keenya golguufi yommuu dhukkubsatan dafanii yaalamuun dhukkubicha ittisuufi too’achuun ni danda’ama.
Kanaafuu Dhukkuboota gogaa miidhan keessaa Baay’een kan armaan olitti dubbatamaniudha.Gama keenyaan faayyaa qaama eeggachuun barbaachisaadha.Ofgachuun hunda keenyaaf waan barbaachisadha.
Discover more from Jemsmaths Tech
Subscribe to get the latest posts sent to your email.
